LIMSpec Wiki
Contents
Aartii Oromoo
- Kanas ilaali: Aartii Oromoo
Aartiin Oromoo bara durii kaasee kan ummatni Oromoo ittin jiraatee fi afaaniin yookaan afoolaan daddarbaa dhufee dha. Oromoon saba jireenyasaa aartiin wal simsiisee jiraatudha. Aartii muuziqaa, aartii walaloo, aartii bobbocaafi aartii argaati. Qarooma sirna Gadaa irraa kaasee, meeshaalee Aadaa Oromoon itti fayyadaman hedduun isaa kanneen aartiidhaan bocamanidha. Sirboota garaagaraatti maqaa baasuudhaa, Mararoo, Geerarsa, Mirriga jechuun aartii walaloo guddaa saba qabudha.
Fiilmii Oromoo
daandii walmaraa
Tiyaatira Oromoo
Nyaata aadaa Oromoo
- Kanas ilaali: Nyaata aadaa Oromoo
Nyaatni aadaa Oromoo nyaata ummata Oromoo biratti beekkama ta'ee kan dhaloota keessa darba dhufe. Nyaatni aadaa ayyana, cidha, qophii fi yeroo adda addaa irratti ni dhiyaata. Nyaanni akka marqaa, ittoo fi qorii Oromiyaa maratti beekkamus, kan naannoo garii qofa keessa beekkamus jira.
Wabii
Aadaa Oromoo |
Aartii - Afaan |