IHE Wiki

Geessituuwwan gulaali


Namni miseensa sanyii birmadii qaruuxee (Homo sapiens) jedhamu yoo ta'u, hiikni jecha hoomoo saapiyansii lLaatiiniin 'nama ogeessa' jechuudha. Gama biraan jechii birmadii qaruuxee jedhu hundeen isaa afaan oromoo kan ta'eefi hiikkaa walfakkaata kan qabuudha. Carolus Linnaeus nama tartiiba hoosistootaa olaantiyyaa (priimeetota) keessa galche . Ilmi namaa sanyii haskaa birmadii (hominid) dha. fi chimpanzees, bonobos, gorillas fi orangutans firoota isaanii dhiyoo jiraniidha.

Ilmi namaa hoosistoota. Bineensota hawaasummaas ta’u. Yeroo baay’ee gareedhaan jiraatu. Wal gargaaru, wal tiksu. Ijoollee isaanii kunuunsu . Ilmi namaa miila lama qaba, kana jechuun miila lama irra deema jechuudha .