The US FDA’s proposed rule on laboratory-developed tests: Impacts on clinical laboratory testing

Geessituuwwan gulaali
Shaayyaa Kirooshiyaa keessatti argamtu

Shaayyaa jechuun naannoo lafaa bishaan keessaa bahee mul'atudha . Akkasumas lafa bishaan gama sadii qabu jedhamee ibsama.

Biyyoonni baay'een shaayyaa irratti argamu, fi yookaan kutaa shaayyaa tokkoo (kan akka Poorchugaal ) yookaan hunda isaa (kan akka Hindii ) fudhachuu danda'u. Kutaaleen biyya tokkoo shaayyaa tokko irrattis ta’uu danda’u. Fakkeenyaaf, Jutland akkuma Baja California Mexico keessatti argamu shaayyaa dha.

Yeroo baayyee Shaayyaan Arabaa bal'inni ishee iskuweer kiiloo meetira 3,237,500 ta'ee addunyaa irratti guddittii ta'uun caqasa.